Abbootii Murtii 18:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Kana malees, magaalattii maqaa abbaa isaanii isa ilma Israaʼel taʼeen Daan+ jedhanii moggaasan.+ Maqaan magaalattii inni duraanii garuu Laaʼish jedhama ture.+ 2 Saamuʼel 17:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Ani gorsa kanan siif kenna: Daanii jalqabee hamma Ber Sheebaatti+ guutummaan Israaʼel akka cirracha qarqara galaanaatti baayʼatanii+ si biratti walitti haa qabaman; atis gara waraanichaatti isaan geggeessi.
29 Kana malees, magaalattii maqaa abbaa isaanii isa ilma Israaʼel taʼeen Daan+ jedhanii moggaasan.+ Maqaan magaalattii inni duraanii garuu Laaʼish jedhama ture.+
11 Ani gorsa kanan siif kenna: Daanii jalqabee hamma Ber Sheebaatti+ guutummaan Israaʼel akka cirracha qarqara galaanaatti baayʼatanii+ si biratti walitti haa qabaman; atis gara waraanichaatti isaan geggeessi.