LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 15:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Miiriyaamis dhiirota jalaa qabdee akkana jettee faarfatte:

      “Ulfinni isaa guddaa waan taʼeef Yihowaa faarfadhaa.+

      Inni farda sanaa fi abbaa fardaa sana galaanichatti darbateera.”+

  • Nahimiyaa 12:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Dura buutonni Leewwotaa Hashaabiyaa, Sherebiyaa fi Yeshuwaa+ ilma Qaadmiʼel+ turan; obboloonni isaaniis akka qajeelfama Daawit inni nama Waaqa dhugaa taʼe kennetti Waaqa jajachuu fi galata isaaf galchuuf gareen eegdotaa tokko garee eegdotaa isa kan biraa cinaa taʼee fuullee isaanii dhaabbatu turan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi