LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 33:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Inni garuu, “Ani gaarummaan koo hundi fuula kee dura akka darbu nan godha; akkasumas maqaa Yihowaa si duratti nan labsa;+ isan gaarummaa argisiisutti gaarummaa nan argisiisa, isan gara laafina argisiisuttis gara laafina nan argisiisa” jedhe.+

  • Faarfannaa 27:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Yommuun lubbuudhaan jirutti gaarummaa Yihowaa akkan argu,+

      Utuun amantii hin qabu taʼee, silaa maalan taʼan ture?*

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi