LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 92:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Isaan Yihowaan qajeelaa taʼuu isaa ni labsu.

      Inni Qarsaa koo+ isa jalʼinni keessatti hin argamne dha.

  • Faarfannaa 119:68
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  68 Ati gaarii dha,+ hojiiwwan kees gaarii dha.

      Dambiiwwan kee na barsiisi.+

  • Faarfannaa 145:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Yihowaan uumamawwan hundumaatiif gaarii dha,+

      Gara laafinni isaas hojiiwwan isaa hundumaa irratti mulʼata.

  • Hojii Ergamootaa 14:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 taʼus wanta gaarii gochuudhaan, jechuunis samii irraa bokkaa roobsuudhaan, waqtiilee firii qaban isiniif kennuudhaan,+ akkasumas nyaata akka quuftanii fi garaan keessan gammachuudhaan akka guutamu gochuudhaan+ waaʼee ofii isaa dhugaa baʼeera.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi