Isaayyaas 19:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Murtii Gibxii irratti dabarfame:+ Kunoo, Yihowaan duumessa saffisa qabuun gulufaa gara Gibxii dhufaa jira. Waaqoliin Gibxii warri gatii hin qabne isa duratti ni hollatu,+Garaan Gibxiis ishii keessatti ni baqa. Ermiyaas 46:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Dubbiin Yihowaan Nebukadnezaar* mootiin Baabilon biyya Gibxii rukutuuf akka dhufu Ermiyaas raajichatti dubbate isa kana:+
19 Murtii Gibxii irratti dabarfame:+ Kunoo, Yihowaan duumessa saffisa qabuun gulufaa gara Gibxii dhufaa jira. Waaqoliin Gibxii warri gatii hin qabne isa duratti ni hollatu,+Garaan Gibxiis ishii keessatti ni baqa.
13 Dubbiin Yihowaan Nebukadnezaar* mootiin Baabilon biyya Gibxii rukutuuf akka dhufu Ermiyaas raajichatti dubbate isa kana:+