LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 6:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Guutummaa girgiddaa manichaa, jechuunis guutummaa girgiddaa kutaa manichaa isa duubaa fi isa fuulduraa* irratti fakkii kiruubelotaa,+ fakkii muka meexxii+ fi fakkii abaaboo+ ni boce.

  • 1 Mootota 7:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Dagaleewwan sana irrattii fi cinaachawwan battee sana irratti akkuma balʼina isaaniitti fakkii kiruubelotaa, fakkii leencotaa fi fakkii mukeetii meexxii ni boce; naannoo isaa hundattis fakkiiwwan abaaboo walitti foʼaman fakkaatan ni hojjete.+

  • 2 Seenaa Baraa 3:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Innis manicha, baattuuwwan baaxii isaa, gubaniiwwan balbalaa isaa, girgiddaawwan isaa fi balbaloota isaa warqiidhaan ni uwwise;+ girgiddaawwan isaa irrattis fakkii kiruubelotaa ni boce.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi