Hoseʼaa 8:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Sababiin isaas, isaan akkuma harree bosonaa kophaa jiraatuu gara Asooritti ol baʼaniiru.+ Efreem jaalaleewwan mindeeffateera.+ Hoseʼaa 12:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 “Efreem bubbee soorachaa jira. Inni bubbee bahaa ariʼaa oola. Sobaa fi jeequmsa baayʼisaa jira. Isaan Asoorii wajjin kakuu galaniiru,+ gara Gibxiittis zayitii geessu.+
9 Sababiin isaas, isaan akkuma harree bosonaa kophaa jiraatuu gara Asooritti ol baʼaniiru.+ Efreem jaalaleewwan mindeeffateera.+
12 “Efreem bubbee soorachaa jira. Inni bubbee bahaa ariʼaa oola. Sobaa fi jeequmsa baayʼisaa jira. Isaan Asoorii wajjin kakuu galaniiru,+ gara Gibxiittis zayitii geessu.+