Hoseʼaa 3:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Sababiin isaas, sabni Israaʼel yeroo dheeraadhaaf* mootii malee,+ bulchaa malee, aarsaa malee, utubaa waaqeffannaa malee, akkasumas efuudii+ fi siidaawwan taraafiimii*+ malee ni jiraatu. Hoseʼaa 13:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Ani dheekkamsa kootiin mootii siif kenneen ture,+Aarii koo isa guddaadhaanis achii isa nan kaasa.+
4 Sababiin isaas, sabni Israaʼel yeroo dheeraadhaaf* mootii malee,+ bulchaa malee, aarsaa malee, utubaa waaqeffannaa malee, akkasumas efuudii+ fi siidaawwan taraafiimii*+ malee ni jiraatu.
11 Ani dheekkamsa kootiin mootii siif kenneen ture,+Aarii koo isa guddaadhaanis achii isa nan kaasa.+