LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hoseʼaa 4:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Sabni koo waaqolii isaanii warra muka irraa tolfaman gorsa gaafatu,

      Wanta uleen isaanii* isaanitti himus ni raawwatu;

      Sababiin isaas, hafuurri sagaagalummaa* akka isaan karaa irraa jalʼatan godheera,

      Sagaagalummaa* isaaniitiin kan kaʼes Waaqa isaaniitiif bitamuu didu.

  • Amoos 2:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Mataa namoota rakkatoo biyyoo lafaa irratti dhidhiitu,+

      Daandii namoota garraamiis ni cufu.+

      Abbaa fi ilmi intala takka wajjin saalqunnamtii raawwachuudhaan

      Maqaa koo isa qulqulluu xureessu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi