LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Zakkaariyaas 4:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Achiis, “Mukeetiin ejersaa lamaan baattuu ibsaa sana irraa gara mirgaa fi gara bitaatiin jiran maal argisiisu?”+ jedheen isa gaafadhe.

  • Zakkaariyaas 4:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Innis, “Kanneen kun dibamtoota lamaan Gooftaa guutummaa lafaa bira dhaabbatani dha”+ naan jedhe.

  • Mulʼata 11:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Anis dhugaa baatonni koo lamaan uffata gaddaa uffatanii guyyaa 1,260 raajii akka dubbatan nan godha.” 4 Isaan kun mukeetii ejersaa lamaanii+ fi baattuuwwan ibsaa lamaanitti+ kan fakkeeffaman yeroo taʼu, Gooftaa lafaa dura dhaabbataniiru.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi