LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 22:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Yaa Waaqa koo, yaa Waaqa koo, maaliif na dhiiste?+

      Na oolchuu irraa,

      Iyya dhiphina koo irraas kan fagaatte maaliifi?+

  • Isaayyaas 53:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Haa taʼu malee, isa caccabsuun fedhii Yihowaa ture,* inni akka dhukkubsatus ni heyyame.

      Ati aarsaa yakkaa gootee lubbuu isaa yoo dhiheessite,+

      Inni sanyii isaa ni arga, umuriin isaas ni dheerata,+

      Karaa isaas gammachuun* Yihowaa fiixaan ni baʼa.+

  • Maarqos 15:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Saʼaatii sagalitti Yesuus sagalee guddaadhaan, “Eelii, Eelii, laamaa saabaaqtaanii?” jedhee iyye; hiikni isaas, “Yaa Waaqa koo, yaa Waaqa koo, maaliif na dhiiste?”+ jechuu dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi