Isaayyaas 53:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Haa taʼu malee, isa caccabsuun fedhii Yihowaa ture,* inni akka dhukkubsatus ni heyyame. Ati aarsaa yakkaa gootee lubbuu isaa yoo dhiheessite,+Inni sanyii isaa ni arga, umuriin isaas ni dheerata,+Karaa isaas gammachuun* Yihowaa fiixaan ni baʼa.+ Luqaas 24:44 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 44 Achiis, “Inni ani yommuun isinii wajjin turetti wantoonni waaʼee koo Seera Musee, Raajotaa fi Faarfannaa keessatti dubbataman hundi raawwatamuu qabu jedhee isinitti dubbadhe+ kana dha” isaaniin jedhe.+ Hojii Ergamootaa 2:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Namichi kun akkuma Waaqayyo murteessee fi dursee beekeen dabarfamee kenname;+ isinis harka namoota hamootiin muka irratti fannistanii isa ajjeestan.+ 1 Pheexiros 1:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Eeyyee, inni addunyaan hundeeffamuu isaa dura+ kan beekame taʼus, isiniif jecha baroota dhumaatti mulʼifame.+
10 Haa taʼu malee, isa caccabsuun fedhii Yihowaa ture,* inni akka dhukkubsatus ni heyyame. Ati aarsaa yakkaa gootee lubbuu isaa yoo dhiheessite,+Inni sanyii isaa ni arga, umuriin isaas ni dheerata,+Karaa isaas gammachuun* Yihowaa fiixaan ni baʼa.+
44 Achiis, “Inni ani yommuun isinii wajjin turetti wantoonni waaʼee koo Seera Musee, Raajotaa fi Faarfannaa keessatti dubbataman hundi raawwatamuu qabu jedhee isinitti dubbadhe+ kana dha” isaaniin jedhe.+
23 Namichi kun akkuma Waaqayyo murteessee fi dursee beekeen dabarfamee kenname;+ isinis harka namoota hamootiin muka irratti fannistanii isa ajjeestan.+
20 Eeyyee, inni addunyaan hundeeffamuu isaa dura+ kan beekame taʼus, isiniif jecha baroota dhumaatti mulʼifame.+