Mulʼata 10:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Ammas samii keessaa+ sagalee, “Dhaqi, maleekaa isa galaanaa fi lafa gogaa irra dhaabbate sana harkaa maraa kitaabaa hiikame sana fuudhi” jedhee natti dubbatu nan dhagaʼe.+
8 Ammas samii keessaa+ sagalee, “Dhaqi, maleekaa isa galaanaa fi lafa gogaa irra dhaabbate sana harkaa maraa kitaabaa hiikame sana fuudhi” jedhee natti dubbatu nan dhagaʼe.+