B9
Mootummoota Addunyaa Daaniʼel Raajiidhaan Dubbate
Isa Bifa Maxxansaan Jiru
	Baabilon Dh.K.D. 607 Nebukadnezaar Mootichi Yerusaalemiin balleesse  | 
Meedo-Faarsi Dh.K.D. 539 Baabiloniin qabate Dh.K.D. 537 Qiiros Yihudoonni gara Yerusaalem akka deebiʼan labsii baase  | 
Giriikii Dh.K.D. 331 Iskindir Guddichi Faarsiin qabate  | 
Roomaa Dh.K.D. 63 Israaʼeliin bulche Dh.K.B. 70 Yerusaalemiin balleesse  | 
Angiloo-Ameerikaa Dh.K.B. 1914-1918 Yeroo Waraana Addunyaa Tokkoffaatti Angiloo-Ameerikaan Mootummaa Addunyaa taʼe  |