A7-B
Wantoota Guguddaa Jireenya Yesuus isa Lafa Irraatti Raawwataman—Jalqaba Tajaajila Yesuus
YEROO  | 
BAKKA  | 
TAʼEE  | 
MAATEWOS  | 
MAARQOS  | 
LUQAAS  | 
YOHAANNIS  | 
|---|---|---|---|---|---|---|
29, birraa  | 
Laga Yordaanos, tarii Bitaaniyaa Yordaanos gamaa ykn ishii bira  | 
Yesuus ni cuuphame, akkasumas ni dibame; Yihowaan inni Ilma isaa akka taʼee fi akka itti gammadu beeksisee  | 
||||
Lafa Onaa Yihudaa  | 
Seexanaan qorame  | 
|||||
Bitaaniyaa Yordaanos gamaa  | 
Yohaannis Cuuphaan Yesuus Hoolicha Waaqayyoo akka taʼe dubbate; barattoonni jalqabaa Yesuus duukaa buʼan  | 
|||||
Qaanaa Galiilaa; Qifirnaahom  | 
Dinqii jalqabaa raawwate, cidha irratti bishaan wayiniitti jijjiire; Qifirnaahom deeme  | 
|||||
30, Faasikaa  | 
Yerusaalem  | 
Mana qulqullummaa qulqulleesse  | 
||||
Niqoodimosii wajjin haasaʼe  | 
||||||
Yihudaa; Enoon  | 
Gara baadiyyaa Yihudaa deeme, barattoonni isaa ni cuuphan; Yohaannis yeroo dhumaatiif waaʼee Yesuus ragaa baʼe  | 
|||||
Xiberiyaas; Yihudaa  | 
Yohaannis ni hidhame; Yesuus Galiilaa dhaquuf kaʼe  | 
|||||
Siikaar, Samaariyaa keessa  | 
Gara Galiilaa utuu deemuu warra Samaariyaa barsiise  | 
Lafa Onaa Yihudaa