A7-E
Wantoota Guguddaa Jireenya Yesuus isa Lafa Irraatti Raawwataman—Tajaajila Guddaa Yesuus Galiilaatti (Kutaa 3) fi Yihudaatti Raawwate
YEROO  | 
BAKKA  | 
TAʼEE  | 
MAATEWOS  | 
MAARQOS  | 
LUQAAS  | 
YOHAANNIS  | 
|---|---|---|---|---|---|---|
32, Faasikaa booda  | 
Galaana Galiilaa; Beetasaayidaa  | 
Bidiruudhaan gara Beetasaayidaa deeman, Yesuus waaʼee raacitii Fariisotaa akeekkachiise; nama qaro dhabeessa fayyise  | 
||||
Naannoo Qisaariyaa Filiphisiyus  | 
Furtuuwwan Mootummichaa; waaʼee duʼa isaa fi duʼaa kaʼuu isaa dubbate  | 
|||||
Tarii Gaara Hermoon  | 
Yesuus ni jijjiirame; Yihowaan in dubbate  | 
|||||
Naannoo Qisaariyaa Filiphisiyus  | 
Mucaa jinniidhaan qabame tokko fayyise  | 
|||||
Galiilaa  | 
Ammas waaʼee duʼa isaa dubbate  | 
|||||
Qifirnaahom  | 
Saantima afaan qurxummii keessaa argame  | 
|||||
Mootummicha keessatti hundumaa irra kan caalu; fakkeenya hoolaa badee fi garbicha dhiifama gochuu didee  | 
||||||
Galiilaa-Samaariyaa  | 
Gara Yerusaalem utuu deemanii, Mootummichaaf dursa akka kennan barattootatti hime  | 
Tajaajila Yesuus Gara Boodaa Yihudaatti Raawwate
YEROO  | 
BAKKA  | 
TAʼEE  | 
MAATEWOS  | 
MAARQOS  | 
LUQAAS  | 
YOHAANNIS  | 
|---|---|---|---|---|---|---|
32, Ayyaana Godoo Qulqulluu (ykn Daasii)  | 
Yerusaalem  | 
Ayyaanicha irratti barsiise; akka isa qabaniif eegdonni ni ergaman  | 
||||
“Ani ifa addunyaa ti” jedhe; namicha qaroo dhabeessa taʼee dhalate fayyise  | 
||||||
Tarii Yihudaa  | 
Namoota 70 erge; gammadanii deebiʼan  | 
|||||
Yihudaa; Bitaaniyaa  | 
Fakkeenya namicha Samaariyaa; mana Maartaa fi Maariyaam dhaqe  | 
|||||
Tarii Yihudaa  | 
Ammas kadhannaa fakkeenya taʼu barsiise; namicha irra deddeebiʼee kadhate  | 
|||||
Quba Waaqayyootiin jinniiwwan baase; ammas mallattoo Yoonaas qofa kenne  | 
||||||
Fariisii tokkoo wajjin nyaate; fakkeessaa Fariisotaa balaaleffate  | 
||||||
Fakkeenyota: sooressa gowwaa fi bulchaa amanamaa  | 
||||||
Sanbatatti dubartii goophatte tokko fayyise; fakkeenya firii sanaaficaa fi raacitii  | 
||||||
32, Ayyaana Haareffamuu  | 
Yerusaalem  | 
Fakkeenya tiksee gaarii fi gola hoolotaa; Yihudoonni dhagaadhaan isa rukutuuf yaalan; gara Bitaaniyaa Yordaanos gamaa dhaquuf kaʼe  |