- Matadureewwan Yaada Walfakkaataa Qaban
 
                        
                                        
                 
			         
     
	    
            
			        
        
			
	
2 MOOTOTA
QABIYYEE KITAABICHAA
 1 
 
 2 
Eeliyaas obomboleettiidhaan ol fudhatame (1-18)
 
Eelsaaʼi bishaan Yeriikoo fayyise (19-22)
 
Amaaketoonni ijoollee Beetelii baʼan ni ajjeesan (23-25)
 
 
 3 
Yooraam mootii Israaʼel (1-3)
 
Moʼaab Israaʼel irratti fincila kaaste (4-25)
 
Moʼaab ni moʼamte (26, 27)
 
 
 4 
Eelsaaʼi zayitii dubartii abbaan manaa irraa duʼe tokkoo baayʼise (1-7)
 
Shunamittiin tokko keessummaa simatte (8-16)
 
Dubartiin tokko ilma deesse; innis ni duʼe (17-31)
 
Eelsaaʼi mucaa duʼe sana duʼaa kaase (32-37)
 
Eelsaaʼi ittoon kan nyaatamu akka taʼu godhe (38-41)
 
Eelsaaʼi daabboo baayʼise (42-44)
 
 
 5 
 
 6 
Eelsaaʼi sibiilli qottoo akka bololiʼu godhe (1-7)
 
Eelsaaʼii fi warra Sooriyaa (8-23)
Ijji tajaajilaa Eelsaaʼii ni baname (16, 17)
 
Warri Sooriyaa sammuun isaanii ni jaame (18, 19)
 
 
Beela Samaariyaa ishii marfamte keessatti uumame (24-33)
 
 
 7 
Eelsaaʼi beelichi akka dhaabbatu raajii dubbate (1, 2)
 
Buufata warri Sooriyaa dhiisanii baqatan keessatti nyaanni ni argame (3-15)
 
Raajiin Eelsaaʼi dubbate ni raawwatame (16-20)
 
 
 8 
Lafti Shunamittii ishiidhaaf deebifame (1-6)
 
Eelsaaʼi, Benhadaadii fi Hazaaʼel (7-15)
 
Yooraam mootii Yihudaa (16-24)
 
Akaaziyaa mootii Yihudaa (25-29)
 
 
 9 
Yehuun mootii Israaʼel taʼee dibame (1-13)
 
Yehuun Yooraamii fi Akaaziyaa ajjeese (14-29)
 
Iizaabel ni ajjeefamte; saroonni foon ishii ni nyaatan (30-37)
 
 
10 
Yehuun maatii Ahaab fixe (1-17)
 
Yehuun waaqeffattoota Baʼaal ajjeese (18-27)
 
Seenaa bulchiinsa Yehuu (28-36)
 
 
11 
Ataaliyaan humnaan teessicha fudhatte (1-3)
 
Yoʼaas dhoksaadhaan mootii godhame (4-12)
 
Ataaliyaan ni ajjeefamte (13-16)
 
Yehoyaadaan jijjiirama fide (17-21)
 
 
12 
Yoʼaas mootii Yihudaa (1-3)
 
Yoʼaas mana qulqullummaa haaresse (4-16)
 
Weerara warra Sooriyaa (17, 18)
 
Yoʼaas ni ajjeefame (19-21)
 
 
13 
Yehoʼahaaz mootii Israaʼel (1-9)
 
Yoʼaas mootii Israaʼel (10-13)
 
Eelsaaʼi hinaaffaa Yoʼaas qore (14-19)
 
Eelsaaʼi ni duʼe; lafeen isaa nama tokko duʼaa ni kaase (20, 21)
 
Raajiin Eelsaaʼii inni dhumaa ni raawwatame (22-25)
 
 
14 
Amaaziyaa mootii Yihudaa (1-6)
 
Waraana Edoomii fi Israaʼelii wajjin godhame (7-14)
 
Yoʼaas mootiin Israaʼel ni duʼe (15, 16)
 
Amaaziyaan ni duʼe (17-22)
 
Yeroboʼaam Lammaffaa mootii Israaʼel (23-29)
 
 
15 
Azaariyaa mootii Yihudaa (1-7)
 
Mootota Israaʼel warra dhumaa: Zakkaariyaas (8-12), Shaalum (13-16), Menaahem (17-22), Peqaayaa (23-26), Peeqaa (27-31)
 
Yootaam mootii Yihudaa (32-38)
 
 
16 
Akaaz mootii Yihudaa (1-6)
 
Akaaz Asoorotaaf mattaʼaa kenne (7-9)
 
Akaaz pilaanii iddoo aarsaa waaqeffannaa sobaa garagalfate (10-18)
 
Akaaz ni duʼe (19, 20)
 
 
17 
Hosheʼaa mootii Israaʼel (1-4)
 
Israaʼel ni kufte (5, 6)
 
Israaʼel gantuu waan taateef ni boojiʼamte (7-23)
 
Namoonni biyya ormaa gara magaalota Samaariyaatti fidaman (24-26)
 
Amantii wal makaa warra Samaariyaa (27-41)
 
 
18 
Hisqiyaas mootii Yihudaa (1-8)
 
Seenaa kufaatii Israaʼel (9-12)
 
Senaaheriib Yihudaa weerare (13-18)
 
Raabshaaqichi Yihowaa arrabse (19-37)
 
 
19 
Hisqiyaas karaa Isaayyaas gargaarsa Waaqayyoo barbaade (1-7)
 
Senaaheriib Yerusaalemiin doorsise (8-13)
 
Kadhannaa Hisqiyaas (14-19)
 
Isaayyaas deebii Waaqayyo kenne dubbate (20-34)
 
Maleekaan tokko Asoorota 185,000 ajjeese (35-37)
 
 
20 
Hisqiyaas ni dhukkubsate, ni fayyes (1-11)
 
Ergamoota Baabilonii dhufan (12-19)
 
Hisqiyaas ni duʼe (20, 21)
 
 
21 
 
22 
Yosiyaas mootii Yihudaa (1, 2)
 
Qajeelfama mana qulqullummaa haaressuuf kenname (3-7)
 
Kitaabni Seerichaa ni argame (8-13)
 
Huldaan badiisni akka dhufu raajii dubbatte (14-20)
 
 
23 
Yosiyaas haareffama godhe (1-20)
 
Faasikaan ni kabajame (21-23)
 
Haareffama dabalataa Yosiyaas godhe (24-27)
 
Yosiyaas ni duʼe (28-30)
 
Yehoʼahaaz mootii Yihudaa (31-33)
 
Yehoyaaqiim mootii Yihudaa (34-37)
 
 
24 
Yehoyaaqiim ni fincile, ni duʼes (1-7)
 
Yehoyaakiin mootii Yihudaa (8, 9)
 
Yeroo jalqabaatiif gara Baabilonitti geeffaman (10-17)
 
Zedeeqiyaa mootii Yihudaa; ni fincile (18-20)
 
 
25 
Nebukadnezaar Yerusaalemitti marse (1-7)
 
Yerusaalemii fi manni qulqullummaa ishii ni balleeffame; yeroo lammataatiif gara Baabilonitti geeffaman (8-21)
 
Gedaaliyaan bulchaa godhame (22-24)
 
Gedaaliyaan ni ajjeefame; namoonni gara Gibxiitti baqatan (25, 26)
 
Yehoyaakiin Baabiloonitti ni gadhiifame (27-30)