- Matadureewwan Yaada Walfakkaataa Qaban
 
                        
                                        
                 
			         
     
	    
            
			        
        
			
	
2 SEENAA BARAA
QABIYYEE KITAABICHAA
 1 
 
 2 
 
 3 
Solomoon mana qulqullummaa ijaaruu jalqabe (1-7)
 
Kutaa Hundumaa Caalaa Qulqulluu (8-14)
 
Utubaawwan sibiila diimaa lamaan (15-17)
 
 
 4 
Iddoo aarsaa, Galaanichaa fi miʼawwan bishaanii (1-6)
 
Baattuuwwan ibsaa, minjaalotaa fi mooraawwan (7-11a)
 
Miʼawwan mana qulqullummaa hojjetamanii xumuraman (11b-22)
 
 
 5 
 
 6 
 
 7 
Manni qulqullummaa ulfina Yihowaatiin guutame (1-3)
 
Sirnawwan eebba mana qulqullummaa irratti raawwataman (4-10)
 
Yihowaan Solomoonitti mulʼate (11-22)
 
 
 8 
Hojiiwwan ijaarsaa Solomoon raawwate warra kaan (1-11)
 
Waaqeffannaan mana qulqullummaatti raawwatamu ni gurmaaʼe (12-16)
 
Dooniiwwan Solomoon (17, 18)
 
 
 9 
 
10 
 
11 
 
12 
 
13 
 
14 
Abiyaan ni duʼe (1)
 
Aasaa mootii Yihudaa (2-8)
 
Aasaan namoota Itoophiyaa 1,000,000 ni moʼe (9-15)
 
 
15 
 
16 
 
17 
Yoshaafaax mootii Yihudaa (1-6)
 
Duula barsiisuuf godhame (7-9)
 
Humna waraanaa Yoshaafaax (10-19)
 
 
18 
Yoshaafaax Ahaabii wajjin michummaa uume (1-11)
 
Mikaayaan akka injifataman raajii dubbate (12-27)
 
Ahaab Raamot Giiliyaaditti ajjeefamuu isaa (28-34)
 
 
19 
 
20 
Saboonni naannoo ishii Yihudaa doorsisan (1-4)
 
Yoshaafaax gargaarsa argachuuf kadhate (5-13)
 
Deebii Yihowaan kenne (14-19)
 
Yihudaan dinqiidhaan oole (20-30)
 
Dhuma bulchiinsa Yoshaafaax (31-37)
 
 
21 
Yooraam Mootii Yihudaa (1-11)
 
Ergaa barreeffamaa Eeliyaas biraa ergame (12-15)
 
Yooraam dhumni isaa gaarii hin taane (16-20)
 
 
22 
 
23 
Yehoyaadaan ija jabinaan tarkaanfii fudhate; Yoʼaas mootii taʼe (1-11)
 
Ataaliyaan ni ajjeefamte (12-15)
 
Haareffama Yehoyaadaan raawwate (16-21)
 
 
24 
Bulchiinsa Yoʼaas (1-3)
 
Yoʼaas mana qulqullummaa haaresse (4-14)
 
Yoʼaas gantuu taʼe (15-22)
 
Yoʼaas ni ajjeefame (23-27)
 
 
25 
Amaaziyaa mootii Yihudaa (1-4)
 
Waraana Edoomii wajjin godhame (5-13)
 
Amaaziyaan waaqolii tolfamoo waaqeffate (14-16)
 
Waraana Yoʼaas mootii Israaʼelii wajjin godhame (17-24)
 
Amaaziyaan ni duʼe (25-28)
 
 
26 
Ooziyaa mootii Yihudaa (1-5)
 
Humna waraanaa Ooziyaa (6-15)
 
Ooziyaan inni of tuultuu taʼe dhukkuba nadaayiitiin qabame (16-21)
 
Ooziyaan ni duʼe (22, 23)
 
 
27 
 
28 
Akaaz mootii Yihudaa (1-4)
 
Akaaz Sooriyaa fi Israaʼeliin moʼame (5-8)
 
Odeed Israaʼeliin akeekkachiise (9-15)
 
Yihudaan ni salphifamte (16-19)
 
Akaaz waaqolii tolfamoo waaqeffate, ni duʼes (20-27)
 
 
29 
Hisqiyaas mootii Yihudaa (1, 2)
 
Haareffama Hisqiyaas raawwate (3-11)
 
Manni qulqullummaa ni qulqulleeffame (12-19)
 
Tajaajilli mana qulqullummaa deebiʼee jalqabe (20-36)
 
 
30 
 
31 
 
32 
Senaaheriib Yerusaalemiin doorsise (1-8)
 
Senaaheriib Yihowaa morme (9-19)
 
Maleekaan tokko raayyaa waraanaa Asoor rukute (20-23)
 
Hisqiyaas ni dhukkubsate, of tuule (24-26)
 
Hisqiyaas milkaaʼina argate, ni duʼes (27-33)
 
 
33 
Minaasee mootii Yihudaa (1-9)
 
Minaaseen wanta hamaa raawwatu irraa yaada geddarate (10-17)
 
Minaaseen ni duʼe (18-20)
 
Amoon mootii Yihudaa (21-25)
 
 
34 
Yosiyaas mootii Yihudaa (1, 2)
 
Haareffama Yosiyaas raawwate (3-13)
 
Kitaabni Seerichaa ni argame (14-21)
 
Huldaan badiisni akka dhufu raajii dubbatte (22-28)
 
Yosiyaas kitaabicha sabichaaf ni dubbise (29-33)
 
 
35 
 
36 
Yehoʼahaaz mootii Yihudaa (1-3)
 
Yehoyaaqiim mootii Yihudaa (4-8)
 
Yehoyaakiin mootii Yihudaa (9, 10)
 
Zedeeqiyaa mootii Yihudaa (11-14)
 
Badiisa Yerusaalem (15-21)
 
Labsii Qiiros manni qulqullummaa deebiʼee akka ijaaramuuf baase (22, 23)