Sagantaa Dubbisa Kitaaba Qulqulluu Ayyaana Yaadannoo 2026
Barreeffamoonni armaan gadii taateewwan baayʼee barbaachisoo waggaa 1,993 dura guyyaa wal fakkaataatti raawwataman seenessu. Guyyaa guyyaadhaan hammam akka dubbistan murteessuu dandeessu.
JIMAATA, BITOOTESSA 27
YEROO ADUUN BAATU
YEROO ADUUN LIXXU (Niisaan 8 ni jalqaba)
SANBADDURAA, BITOOTESSA 28
DILBATA, BITOOTESSA 29
WIIXATA, BITOOTESSA 30
KIBXATA, BITOOTESSA 31
ROOBII, EBLA 1
KAMISA, EBLA 2
AYYAANA YAADANNOO (ERGA ADUUN LIXXEE BOODA)