EBLA 6-12
ISAAYYAAS 50-51
Faarfannaa 88 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)
1. Isa Waaqayyorraa Barate Dhagaʼaa
(Daq. 10)
Yesuus nama taʼee dhalachuusaa dura Yihowaan isa barsiiseera (Isa 50:4; kr 206 key. 5)
Yesuus barachuuf fedhii guddaa qaba ture (Isa 50:5; cf 156 key. 13)
Namoonni Yihowaa sodaatan sagalee Yesuus isa Tajaajilaasaa taʼee ni dhagaʼu (Isa 50:10; Yoh 10:27)
KANA IRRATTI XIINXALI: Akkuma Yesuus Yihowaarraa barachuuf fedhii guddaa akkan qabu argisiisuu kanan dandaʼu akkamitti?—1Ph 2:21.
2. Albuuda Hafuuraa
(Daq. 10)
Isa 50:4, 5—Yesuus Mootii keenya taʼuu isaatti kan gammannu maaliifi? (w23.03 4 key. 8)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa akkamii argatte?
3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu
(Daq. 4) Isa 50:1-11 (th qoʼanna 2)
4. Marii Jalqabuu
(Daq. 3) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Nama wajjin hojjettu tokkotti waaʼee Ayyaana Yaadannoo himi. (lmd barumsa 2 qabxii 4)
5. Hordofii Gargaari
(Daq. 4) MANAA GARA MANAA. Nama Ayyaana Yaadannoorratti argamee ture walgaʼii itti aanurratti affeeri. (lmd barumsa 9 qabxii 4)
6. Wanta Itti Amantu Ibsi
(Daq. 5) Hojiin argisiisa. ijwbq mata duree 140 key. 4—Mata Duree: Fayyuuf Yesuusitti Amanuu Qofa Nu Barbaachisaa? (lmd barumsa 11 qabxii 5)
Faarfannaa 99
7. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa
(Daq. 15)
8. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii
(Daq. 30) lfb seensa kutaa 12 fi barumsa 74-75