B14-B
Maallaqaa fi Safartuu Ulfaatinaa
Maallaqaa fi Safartuu Ulfaatinaa Kitaabota Qulqulluu Afaan Ibrootaa Keessatti
Geeraa (sheeqilii 1⁄ 20) 0.57 g geeraa 10 = beekaa 1  | 
Beekaa 5.7 g beekaa 2 = sheeqilii 1  | 
Fiimii 7.8 g fiimii 1 = sheeqilii 2⁄ 3  | 
Safartuu Sheeqilii Sheeqilii 11.4 g sheeqilii 50 = miinaa 1  | 
Miinaa 570 g miinaa 60 = taalaantii1  | 
Taalaantii 34.2 kg  | 
Daarikii (kan Faarsi, warqii) 8.4 g  | 
Maallaqaa fi Safartuu Ulfaatinaa Kitaabota Qulqulluu Afaan Giriikii Keessatti
Leptaa (kan Yihudotaa, sibiila diimaa ykn nahaasii) kuwaadraansii 1⁄ 2  | 
Kuwaadraansii (kan Roomaa, sibiila diimaa ykn nahaasii) leptaa 2  | 
Assaariyonii (kan Roomaa fi bulchiinsawwan ishii, sibiila diimaa ykn nahaasii) kuwaadraansii 4  | 
Dinaaree (kan Roomaa, meetii) kuwaadraansii 64 3.85 g = Mindaa Guyyaa 1 (saʼaatii 12)  | 
Diraakmaa (kan Giriikii, meetii) 3.4 g = Mindaa Guyyaa 1 (saʼaatii 12)  | 
Daaydiraakmaa (kan Giriikii, meetii) diraakmaa 2 6.8 g = Mindaa Guyyaa 2  | 
Teetiraadiraakmaa Anxokiyaa Teetiraadiraakmaa Xiiros (Sheeqilii meetii Xiiros) Teetiraadiraakmaa (kan Giriikii, meetii; istaatarii meetii jedhamees ni waamama) diraakmaa 4 13.6 g = Mindaa Guyyaa 4  | 
Miinaa diraakmaa 100 340 g = mindaa gara guyyaa 100  | 
Taalaantii miinaa 60 20.4 kg = mindaa gara waggaa 20  | 
Paawundii (Roomaa) 327 g 
  |