-
Baʼuu 25:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Warqii irraa kiruubelota lama ni tolchita; warqii tumame irraa isaan tolchitee fiixee lamaan qadaadichaa irra isaan ni keessa.+
-
-
1 Mootota 6:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Achiis inni kiruubelota+ sana mana isa keessaa* keessa ni kaaʼe. Qoochoowwan kiruubelotaa kan diriiran waan taʼaniif, qoochoon kiruubel isa tokkoo girgiddaa isa tokko bira kan gaʼu yeroo taʼu, qoochoon kiruubel isa kan biraa immoo girgiddaa isa kan biraa bira ni gaʼa ture; qoochoowwan isaanii gara gidduu manichaatti waan diriiraniif qoochoowwan kun wal tuqu turan.
-
-
Hisqiʼel 41:17, 18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Balbalichaa olitti manni qulqullummaa inni keessaa fi alli isaa, akkasumas girgiddaan manichatti marsee jiru guutummaan isaa ni safarame. 18 Kiruubelonnii+ fi fakkiiwwan muka meexxii+ isa irratti bocamanii turan; fakkiin muka meexxii tokko kiruubelota lama lama gidduu jira ture; kiruubelonni sunis fuula lama lama qabu turan.
-