LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb26 Bitootessa ful. 2
  • Bitootessa 2-8

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Bitootessa 2-8
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2026
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2026
mwb26 Bitootessa ful. 2

BITOOTESSA 2-8

ISAAYYAAS 41-42

Faarfannaa 8 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

QABEENYA DUBBII WAAQAYYOO KEESSA JIRU

1. “Hin Sodaatin”

(Daq. 10)

Yihowaan “baha biiftuu irraa” nama tokko akka kaasu waadaa galee ture; innis Qiiros isa nama Faarsi taʼedha. Namichi kun namoonni akka hollatan godha (Isa 41:2, 5; w25.05 12 key. 13)

Tajaajiltoonni Yihowaa sodaachuun isaan hin barbaachisu (Isa 41:10; ijwbv mata duree 5 key. 4-7)

Yihowaan isaan gargaara (Isa 41:13)


KANA IRRATTI XIINXALI: Raajiin Isaayyaas boqonnaa 41rratti argamu Kiristiyaanota yeroo harʼaa jiran kan fayyadu akkamitti?—w16.07 18 key. 4-5.

Maatiin biyya hojiin keenya itti dhorkame keessa jiraatu tokko Kitaaba Qulqulluu waliin qoʼachaa jiru. Abbaan foddaadhaan ala ilaalaa jira, haatimmoo ijoolleesaanii lamaan wajjin Kitaaba Qulqulluu dubbisaa jirti.

2. Albuuda Hafuuraa

(Daq. 10)

  • Isa 41:13—Yihowaan yeroo dadhabnutti nu gargaaruuf maal godha? (w24.01 23-24 key. 11-12)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

(Daq. 4) Isa 42:1-13 (th qoʼannaa 11)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Marii Jalqabuu

(Daq. 3) MANAA GARA MANAA. Namni haasofsiistu waraqaa affeerrii Ayyaana Yaadannoo fudhateera, fedhii akka qabus argisiiseera. (lmd barumsa 6 qabxii 4)

5. Marii Jalqabuu

(Daq. 4) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Fira kee tokko Ayyaana Yaadannoorratti akka argamu affeeri, iddoo naannoosaatti dhihoo taʼe jw.org irraa itti argisiisi. (lmd barumsa 3 qabxii 5)

6. Wanta Itti Amantu Ibsi

(Daq. 5) Haasaa. ijwbq mata duree 60—Mata Duree: Sodaa Duʼaa—Akkamitti Injifachuu Dandeessa? (th qoʼannaa 1)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 19

7. Duulli Ayyaana Yaadannoo Sanbadduraa Bitootessa 7 Jalqaba

(Daq. 5) Haasaa ilaaltuu olaanaa tajaajilaatiin dhihaatu. Qophii gumichi duula Ayyaana Yaadannootiif, haasaa addaa fi Ayyaana Yaadannootiif godhe ibsi. Babalʼistoonni hundi jiʼa Bitootessaa fi Eblaatti sochii tajaajila irratti godhan akka dabalan jajjabeessi. Babalʼistoonni qajeelchaa gargaaraa taʼan saʼaatii 15 gabaasuu dandaʼu.

8. Wantoota Jaarmiyichi Raawwatee fi Jiʼa Bitootessaatiif Qophaaʼe

(Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu.

VIIDIYICHA taphachiisi. Achiis gaaffilee viidiyicharratti argaman dhaggeeffattoota gaafadhu.

9. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

(Daq. 30) lfb barumsa 66-67

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 110 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi