LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb26 Bitootessa ful. 3
  • Bitootessa 9-15

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Bitootessa 9-15
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2026
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2026
mwb26 Bitootessa ful. 3

BITOOTESSA 9-15

ISAAYYAAS 43-44

Faarfannaa 63 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

QABEENYA DUBBII WAAQAYYOO KEESSA JIRU

1. Raajii Raawwatamuusaa Jaarraa Lama Dura Barreeffame

(Daq. 10)

Loltoonni Laga Efraaxis isa hirʼate ceʼanii, karra Baabilon isa banaa taʼeen ol seenaa jiru.

Lageen Baabilon ni ‘gogu’ (Isa 44:27; lff barumsa 3 qabxii 5)

Bulchaan Faarsi Qiiros jedhamu “tiksee” Waaqayyoo taʼuudhaan tarkaanfii fudhata (Isa 44:28a)

Qiiros Yerusaalemii fi mana qulqullummaa deebisanii akka ijaaraniif sabni Waaqayyoo gara magaalattiitti akka deebiʼan godha (Iz 1:1-3; Isa 44:28b; w22.03 14 key. 1; lfb barumsa 63 key. 5)


KANARRATTI QORANNAA GODHI: Qiiros raajiin Isaayyaas 45:1-4⁠rra jiru akka raawwatamu kan godhe akkamitti?

2. Albuuda Hafuuraa

(Daq. 10)

  • Isa 44:28—Yihowaan Qiiros akka isa waaqeffatu akka isa hin dirqisiisne akkamitti beekna? (w24.02 30 key. 8)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

(Daq. 4) Isa 44:9-20 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Marii Jalqabuu

(Daq. 1) MANAA GARA MANAA. Waraqaa affeerrii Ayyaana Yaadannoo kenniif. (lmd barumsa 4 qabxii 3)

5. Marii Jalqabuu

(Daq. 3) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Nama beektu tokko Ayyaana Yaadannoorratti affeeri. (lmd barumsa 3 qabxii 4)

6. Marii Jalqabuu

(Daq. 3) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Ayyaana Yaadannoorratti argamuuf hogganaa kee heyyama gaafadhu. (lmd barumsa 6 qabxii 3)

7. Hordofii Gargaari

(Daq. 4) MANAA GARA MANAA. Nama kanaan dura waraqaa affeerrii Ayyaana Yaadannoo fudhate Kitaaba Qulqulluu akka qoʼatu affeeri. (lmd barumsa 7 qabxii 4)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 69

8. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa

(Daq. 15)

9. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

(Daq. 30) lfb seensa kutaa 11 fi barumsa 68-69

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 137 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi