LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb26 Bitootessa ful. 11-16
  • Ebla 13-19

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ebla 13-19
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2026
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2026
mwb26 Bitootessa ful. 11-16

EBLA 13-19

ISAAYYAAS 52-53

Faarfannaa 18 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

QABEENYA DUBBII WAAQAYYOO KEESSA JIRU

[Fakkii qolasaarra jiru]

Yesuus gara bakka itti ajjeefamutti geeffamaa jira

1. Yesuus Jaalala Guddaa Argisiiseera!

(Daq. 10)

Yesuus tuffatameera (Isa 53:3; Mat 26:67, 68; w10 11/15 7 key. 2)

Yesuus miidhaan akka isarra gaʼu heyyameera (Isa 53:7; w19.02 11 key. 15)

Yesuus fedhii Yihowaa raawwachuu fi cubbuu keenya baachuuf jedhee rakkinni akka isarra gaʼu heyyameera; kana gochuuf kan isa kakaase jaalaladha (Isa 53:10-12; Yoh 14:31; 15:13)

Yesuus fuullisaa haguugamee jira, geggeessitoonni amantaa isatti marsanii jiru. Isaan keessaa inni tokko yommuu abootteedhaan isa rukutu warri kaanimmoo isatti qoosaa jiru.

2. Albuuda Hafuuraa

(Daq. 10)

  • Isa 52:11—Caqasa kana hojiirra oolchuun kan dandaʼamu akkamitti? (lvs 106-107 key. 9-10)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

(Daq. 4) Isa 53:3-12 (th qoʼanna 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Marii Jalqabuu

(Daq. 4) MANAA GARA MANAA. Kitaaba Qulqulluu akka qoʼatu affeeri. (lmd barumsa 4 qabxii 4)

5. Marii Jalqabuu

(Daq. 3) MANAA GARA MANAA. Kutaa dabalataa A birooshura Namoota Jaalladhu jedhamuurraa dhugaa tokko itti himi. (lmd barumsa 3 qabxii 3)

6. Hordofii Gargaari

(Daq. 5) MANAA GARA MANAA. Nama Ayyaana Yaadannoorratti argamee ture tokko Kitaaba Qulqulluu akka qoʼatu affeeri. (lmd barumsa 8 qabxii 3)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 20

7. Michuu Yihowaa Taʼi—Gocha Jaalalaa Hundarra Caalu

(Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu.

Suuraa viidiyoo, “Michuu Yihowaa Taʼi—Gocha Jaalalaa Hundarra Caalu” jedhamurraa fudhatame. Yesuus samii keessatti mootii taʼee.

VIIDIYICHA taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu:

  • Aarsaan Yesuus kennaa kan jedhame maaliifi?

  • Dinqisiifannaa aarsaa isaatiif qabnu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?

8. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

(Daq. 30) lfb barumsa 76-77

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 57 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi