LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb26 Bitootessa ful. 14-15
  • Ebla 27–Caamsaa 3

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ebla 27–Caamsaa 3
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2026
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2026
mwb26 Bitootessa ful. 14-15

EBLA 27–CAAMSAA 3

ISAAYYAAS 56-57

Faarfannaa 12 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

QABEENYA DUBBII WAAQAYYOO KEESSA JIRU

1. Yihowaan Waaqa Keenya Taʼuusaatti Baayʼee Gammanna

(Daq. 10)

Iyyi namoonni waaqolii tolfamoo waaqeffatan gargaarsa argachuuf dhageessisan isaaniif hin dhagaʼamu (Isa 57:13; ip-2-AM 269-270 key. 14-16)

Namoonni Yihowaa hin beekne gabii hin qaban, akkasumas wal qoqqoodu (Isa 57:20; w18.06 7 key. 16)

Hamoonni nagaa hin qaban (Isa 57:21)

Obboleettonni lama gammachuudhaan waliin tajaajilaa jiru.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: Yihowaa wajjin michummaa cimaa qabaachuun koo jireenya koo kan fooyyesse akkamitti?

2. Albuuda Hafuuraa

(Daq. 10)

  • Isa 57:15—Warra baayʼee dhiphatanii fi warra gaddan gargaaruu kan dandeenyu akkamitti? (w21.07 23 key. 11)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

(Daq. 4) Isa 56:4-12 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Marii Jalqabuu

(Daq. 3) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Nama haasofsiistutti wanta dhiheenyatti walgaʼiirratti barattan itti himi. (lmd barumsa 2 qabxii 4)

5. Wanta Itti Amantu Ibsi

(Daq. 5) Haasaa. ijwbq mata duree 90—Mata Duree: Miseensa Dhaabbata Amantii Tokkoo Taʼuun Barbaachisaa Dhaa? (th qoʼannaa 16)

6. Barattoota Gochuu

(Daq. 4) lff barumsa 19 qabxii 4 (lmd barumsa 11 qabxii 3)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 58

7. Waaʼee Yihowaa Dubbachuurraa Matumaa Duubatti hin Jedhinaa

(Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu.

Namoonni gargaarsa Yihowaa malee qajeelfama amansiisaa qabaachuu, jireenya kaayyoo qabu jiraachuu, akkasumas abdii amansiisaa qabaachuu hin dandaʼan. Taʼus, namoonni hedduun dhugaa barachuun isaanii hammam akka isaan fayyadu waan hin beekneef ergaa mootummichaa dhagaʼuu didu. Yeroo namoonni ergaa keenya dhagaʼuuf fedhii hin qabaannettillee abdii kan hin kutanne ykn lallabuu keenya kan hin dhaabne maaliif akka taʼe gaditti ibsameera.—Lal 11:6.

  • Namoonni naannoo tajaajilaa keenya keessa jiraatan yeroo hunda jijijjiiramu. Namoonni ergaa keenyaaf fedhii hin qabne naannoo sanaa deemanii warri fedhii qaban naannoo sanatti galuu dandaʼu

  • Namni kan biraan balbala nuuf banuu dandaʼa. Balbala kan nuuf banan warrasaanii dullooman, ijoolleesaanii amma guddatanii gaʼeessota taʼan, namoota maatichaa wajjin jiraachuu jalqaban ykn keessummoota isaan bira dhufan taʼuu dandaʼu

  • Namoonni ni jijjiiramu. (1Xi 1:13) Haalli addunyaa caalaatti hammaachuun isaa ykn rakkinni dhuunfaatti isaan mudate ergaa keenya dhaggeeffachuuf fedhii akka qabaatan gochuu dandaʼa

  • Lallabuu itti fufuun keenya Yihowaa akka jaallannu argisiisa.—Luq 6:45; 1Yo 5:3

Suuraa viidiyoo, “Yihowaan ‘Fagoo Miti’ ” jedhamurraa fudhatame. Obboleettiin takka kaaffee keessatti dubartii tokkoof tiraaktii kennaa jirti.

DIRAAMAA Yihowaan “Fagoo Miti” jedhamu taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu:

  • Tajaajiluu keenya itti fufuu ilaalchisee maal barattan?

8. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

(Daq. 30) lfb barumsa 80-81

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 28 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi